Kutaalee Biilalee
Appearance
Herrega keessatti sararoonni kutaalee biilaalee jennu bocawwan biilalee geengoo qajeelaa diriiraan yeroo diriirtoo murru argannudha . Sararoonni kun haala biraatiin yeroo hiikaman kutaaleen biilalee sararoota kamiyyuu kan fageenyi isaanii qaatii (focus) fi sararqa(Directrix) irraa reeshiyoo dhaabbataa ta'e of keessatti qabata .
Karaa biraatiin, kutaaleen koonii waggoota 2200 dura nama Giriikii Apollonius Zeperga jedhamu sirnaan qoratameera.